Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to’annoo jala oolchite

Zimbaabween kutaa Kibba biyyattii Guutuu jedhamu keessatti namticha uffannaa ’ekeraa’ fakkaatu uffatee namoota sodaachisuun saamuun shakkame to’achuu miidiyaan biyyattii gabaase.

Dubbii himaan Poolisii biyyattii Paul Nyathi, namtichi maqaan isaa Normaan Chagwiza jedhamu manneen lama saamuu mirkanaa’eera jedhan.

Ekeraa fakkaatee namoota sodaachisuun, namoonni wayita baqatan qabeenyasaanii saamaa turuu ibsameera.

Normaan Chagwiza dargaggeessa ganna 27 yoo ta’u, himannaa irratti dhiyaate kanarratti yaadasaa hin kennine jedhameera.

Maddi:-BBC

Become a Sponsor

By admin

Ethiopians Today is Ethiopian #1 News Website. It is multilingual website that will share news update across the country and East of Africa. We have multiple authors over the World and actively working to release news updates about all Ethiopian nations. We believe in equality of all Ethiopian Nation, Nationalities, and People.

0 0 votes
Article Rating
Subscribe
Notify of
guest
0 Comments
Inline Feedbacks
View all comments
0
Would love your thoughts, please comment.x
()
x
Advertisements