Namoonni dhuunfaa rasaasoota kuma 19 fi 739 gara magaalaa Baahir Daar galchuuf turan to’annaa jala oolan

Namoonni dhuunfaa lama rasaasoota kuma 19 fi 739 gara magaalaa Baahir Daar galchuuf yaalii taasisaa turan to’annaa jala ooluu waajjirri Komishinii Gumurukaa damee Baahir Daar beeksiseera.

Hoji gaggeesaa waajjiricha obbo Alaan Mahaar akka ibsanitti, namoonni dhuunfaa kunneen rasaasoota Turkii Gondar Lixaa aanaa Quwaaraa magaalaa Kadalaagoorra gara magaalaa Baahir Daar galchuuf wayita yaalanitti to’annaa jala oolaniiru.

Shakkamtoonni dhuunfaa kunneen poolisiif dabarfamuun dhimmichi akka qulqullaa’u taasifamaa jiraachuu himaniiru.

Maddi:-TOI

Become a Sponsor

By Chala Dandessa

Ethiopians Today is Ethiopian #1 News Website. It is multilingual website that will share news update across the country and East of Africa. We have multiple authors over the World and actively working to release news updates about all Ethiopian nations. We believe in equality of all Ethiopian Nation, Nationalities, and People.

0 0 votes
Article Rating
Subscribe
Notify of
guest
0 Comments
Inline Feedbacks
View all comments
0
Would love your thoughts, please comment.x
()
x
Advertisements