Siidaan Artist Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinneetti Ijaaramaa Jiru Turtii Torbee Hin Caalle Gidduutti Xumuramuun Ni Eebbifama

Siidaan Gooticha qaroo sabaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa Maagaalaa Finfinneetti hojjatamuuf jalqabame xummuramuun bakka Maatiin isaa, Jaalattoonni, dinqisiifattonni isaa aanga’oonni olaanoo biyyattii fi Magaalaa Finfiinee argamanitti yeroo torbee tokkoo hin gunnee keessatti akka eebbifamu bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise.
Siidaan kun Muummee barnootaa Art School Yunivarsiitii Finfinneen Dizzaayiniisaa dhiyaatee Biyya Chaayinaatti Nahaasaa/Bronz/ irraa hojjatame.


Baasiin Siidaa kanaas Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Abbootii qabeenyaa hedduu kan hirmaachisee ta’uunis himameera.
Siidaan Haacaaluu kunis komiishinii Diinagdee Afriikaa ECA fi Masaraa Mootummaa Guddicha Itiyoophiyaa jiduutti argama.


Haacaaluun Waxabajjii 22 bara 2013 Wareegamee har’a waggaa 1ffaa isaa guuteera.
Guyyaa yaadannoo isaa kanattis Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bakka sidaa isaa kanatti ibsa kennuuf jira.Balaay Tasammaatu gabaase.

May be an image of 1 person

Maddi: OBN

Become a Sponsor

By Chala Dandessa

Chala Dandessa is Founder of Ethiopians Today Website. Ethiopians Today is Ethiopian #1 multilingual news website in Ethiopia. Ethiopians Today is Ethiopian #1 News Website. It is multilingual website that will share news update across the country and East of Africa. We have multiple authors over the World and actively working to release news updates about all Ethiopian nations. We believe in equality of all Ethiopian Nation, Nationalities, and People.

0 0 votes
Article Rating
Subscribe
Notify of
guest
0 Comments
Inline Feedbacks
View all comments
0
Would love your thoughts, please comment.x
()
x
Advertisements