Galmeen gita hojii “Graduate Trainee” rakkoo teeknikaa nu mudateen yeroo biraatti darbeera.
Galmeen gita hojii “Graduate Trainee” yeroo muraasaan asitti sababa rakkoo teeknikaa irraa kan ka’e iyyannoon keessan nu dhaqqabaa akka hin jirre hubachuu dandeenyeerra. Kanuma bu’uura godhachuudhaan Baankiin keenya rakkoo teeknikaa amma mudate kana furuuf tattaaffii guddaa taasisaa jiraachuu isaa ibsaa, hanga rakkoon kun furamutti beeksisa qilleensa irra jiru kana buusee, guyyaa isaa dheeressuun akka haaraatti deebisee kan isinii maxxansu ta’uu isaa hubattanii obsaan akka karaa fuula Feesbuukii fi chaanaalii Telegraamii keenyaa akka nu hordoftan isin beekisifna.

Dabalataanis, warri hanga har’aa galmooftan maqaan keessan chaanaalii Telegraamii keenyarratti ibsame irra deebiin galmaahuu kan isin hin barbaachifne tahuu isin beeksifna.

Obsa keessaniif galatoomaa!

የግራጁዬት ትሬይኒ ኦንላይን ምዝገባ ባጋጠመን የቴክኒክ ችግር ምክንያት ወደ ሌላ ጊዜ ተላልፏል።

ከቅርብ ጊዜ ወዲህ ባጋጠመን የቴክኒክ ችግር ምክንያት አመልካቾችን ለመቀበል ተቸግረናል፡፡ ባንኩ ችግሩን ለመቅረፍ እየሰራ መሆኑን እየገለጽን ችግሩ እስኪቀረፍ ድረስ ማስታወቅያውን ያነሳን መሆናችንን እያሳወቅን ችግሩ ሲቀረፍ ማስታወቅያውን በድጋሜ ለተጨማሪ ቀናት አየር ላይ የምናውል መሆኑን ለመግለጽ እንወዳለን፡፡

በተጨማሪም የተሳካ ምዝገባ ያከናወናችሁና ስማችሁ በቴሌግራም ቻናላችን የተዘረዘረ አመልካቾች በድጋሜ መመዝገብ የማያስፈልጋችሁ መሆኑን ለማሳወቅ እንወዳለን፡፡
ቀጣይ ሂደቶችን ከፌስቡክ ገፃችን እና ቴሌግራም ቻናላችን እንድትከታተሉ እንጠቁማለን፡፡

ለትዕግስታችሁ እናመሰግናለን!

Online application for Graduate Trainee position has been postponed due to technical issues.
We came to understand that applicants have been experiencing technical difficulties while applying for Graduate Trainee position via our job portal. As we are working hard on it to fix this issue, we kindly request you to stay patient until we announce the new registration date soon.

All those whose names are listed on our Telegram channel have successfully applied and do not need to reapply when the new registration date is announced.
Please join our verified Telegram channel https://t.me/coopbankoromia to get the list of applicants.

By admin

Ethiopians Today is Ethiopian #1 News Website. It is multilingual website that will share news update across the country and East of Africa. We have multiple authors over the World and actively working to release news updates about all Ethiopian nations. We believe in equality of all Ethiopian Nation, Nationalities, and People.

Leave a Reply

Advertisements