Sponsor

PackageQuantityPrice
Silver Packed$200.00
Gold$500.00

You are sponsoring

Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to'annoo jala oolchite

Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to’annoo jala oolchite Zimbaabween kutaa Kibba biyyattii Guutuu jedhamu keessatti namticha uffannaa ’ekeraa’ fakkaatu uffatee namoota sodaachisuun saamuun shakkame to’achuu miidiyaan biyyattii gabaase. Dubbii himaan Poolisii biyyattii Paul Nyathi, namtichi maqaan isaa Normaan Chagwiza jedhamu manneen lama saamuu mirkanaa’eera jedhan. Ekeraa fakkaatee namoota sodaachisuun, namoonni wayita baqatan qabeenyasaanii saamaa […]
Advertisements