Dooktar Abiy hoggantoota hojii sadiif muudama laatan
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota hojii sadiif muudama laataniiru.
Haaluma kanaan:-
1. Mahaammad Indiriis Mahaammad Daayreektara olaanaa Abbaa Taayitaa Broodkaastii Ityoophiyaa.
2. Yoonaataan Tasfaayee Raggaasaa itti aanaa Daayreektara olaanaa Abbaa Taayitaa Broodkaastii Ityoophiyaa.
3. Gizaachow Tasfaayee itti aanaa Daayreektara olaanaa Abbaa Taayitaa Broodkaastii Ityoophiyaa taasiisuun muuduu isaanii ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Maddi: FBC

83 total views, 1 views today