Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa sagantaa kadhataa biyyoolessaa ifoomse
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa sagantaa kadhataa biyyoolessaa ifoomsuu beeksiseera.
Sagantaan kadhatichaa ilaalchisee dhaabbile miidiyaaf ibsa laateera.
Sagantichi Eebila 7 hanga 9 guyyaa keessaa sa’atii 9tti yaa’ii dhaabbilee amantaa Ityoophiyaatti abbootiin amantaa olaanoon ifatti ni eegalchiisuun eegama.
Eebila 8 irra egaalee walitti fufiinsaan guyyoota 7f kan turuu kadhatichi dhaabbilee miidiyaa raadiyoo fi televizhiiniitiin akka darbu ragaan Yaa’iin dhaabbilee amantaa Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.
50 total views, 1 views today