Wed. Aug 26th, 2026

Loading

Ramaddiin barattoota haaraa Yunivarsiitii galan ifoome!

Ramaddiin barattoota qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara 2013 fudhatanii qabxii darbiinsa Yunivarsiitii galmeessisan har’a Ebla 21 bara 2013 ALI eegalee ifa godhameera.

Haaluma kanaan barattoonni marsariitii armaan gadiin seenuun dhaabbata itti ramadaman baruu kan danda’an yoo ta’u, Yunivarsiitiiwwan hanga Ebla 30/2013 ALI qophii barbaachisaa ta’e godhanii barattoota waggaa tokkoffaaf waamicha waan godhaniif barattoonni qophii barbaachisu akka taasisan hubachiifameera.

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply