Wed. Aug 26th, 2026

Loading

Pirezedaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo ShimallisAbdiisaa Ijaarsa Mana Barumsaa Oolmaa Daa’imanii Bu’uura Boruu Magaalaa Mojoo eegalchiisan.

Magaalaa Mojootti Pirojektootni Bu’uuraalee Misoomaa Gurguddoon Bara kana hojjetamuun marsaa lammaaf eebbaaf qaqqabanis ni eebbifamu.

Pirojektootni kunneenis Gamoo Abbaa Darbii sadii/G+3/ Mana Barnootaa Faanaa Sadarkaa 1ffaa, Mana Barnootaa Ifa Borii Kolbaa Goddee Sadarkaa 2ffaa, Ibsaa daandiirraa, iddoo magariisummaa magaalitiiti.

Bara kana akka Bulchiinsa Magaalaa Mojootti Pirojektootni Bu’uuraalee Misoomaa 52 baasii qarshii miiliyoona 243 Oliin ijaaraman xumuramanii tajaajilaaf qophii ta’aniiru.

#Oromiyaa #Oromia

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply