Wed. Aug 26th, 2026

Loading

Mootummaan Itoophiyaa Qondaaltota ABO Mana Hidhaa Turan Gadhiisuun Gabaafame

Mootummaan Itoophiyaa Qondaaltota ABO Mana Hidhaa Turan Gadhiisuun Gabaafame

Baga gammaddan baga gammanne!

Hidhamtonni siyaasaa ABO wagga 4-5 kan mana hidhaa garaagaraa kan turan Guyyaa har’a Hagayya 30/2016 mana hidhaati gadi lakkifamaniiru.
1.Jaal Abdii Ragaasaa
2.Jaal Mikaael Booranaa
3.Jaal Kennasaa Ayyaana
4.Jaal lammii Beenyaa
5.Jaal Dr Gadaa
6.Jaal Daawit Abdataa
7.Jaal Gadaa Gabisaa
Galata addaa
Atlet Dr/kom Daraartu Tullu fi #Motummaan keenyas galatoomaa???
Aadde Jamiilaa Abde Tilmoo
Kom.Shittoo Likkisaa galatoomaa!
Barri haaraan kan milkii fi kan quufaa nuuf haa ta’u!

Gaazexeessituu Masarat Dhaabaa

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply