Tiyaatirri waa’ee seenaa Mootii Abbaa Jifaar lammaffa irratti fuulleffatu guyyaa kaleessaa Yunvarsiitii Jimmaa galma amfii tiyaatiraatti eebbifame
"Abbaa Jifaar Lammaffoo"Turtii Artii Tiyaatiraa Tiyaatirri waa’ee seenaa Mootii Abbaa Jifaar lammaffa irratti fuulleffatu guyyaa kaleessaa Yunvarsiitii Jimmaa galma amfii tiyaatiraatti eebbifame Tiyaatirichi Zalaalam Tafarii fi gargartuu qopheessituu Seenaa Abraamiitiin…