Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to’annoo jala oolchite
Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to'annoo jala oolchite Zimbaabween kutaa Kibba biyyattii Guutuu jedhamu keessatti namticha uffannaa ’ekeraa’ fakkaatu uffatee namoota sodaachisuun saamuun shakkame to’achuu miidiyaan biyyattii gabaase. Dubbii…