“Humni Addaa Oromiyaa gaachana ummata Oromoofi biyya keenyaati”-PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa
"Humni Addaa Oromiyaa gaachana ummata Oromoofi biyya keenyaati"-PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa poolisoota Humna Addaa Oromiyaa leenjisaa ture guyyaa har'aa eebbisiisee jira. Sirna eebichaarratti Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo…