![]()
Ministeerri Nageenyaa fi Komiishiniin mirga namoomaa qabiinsa mirga namoomaarratti mari’atan
Ministeerri Nageenyaa fi Komiishiniin mirga namoomaa Itiyoophiyaa qabiinsa mirga namoomaa fi gara fuula duraatti akkaataa waldeeggaruun danda’amurratti mari’ataniiru.
Ministirri Nageenyaa Aadde Mufeeriyaat Kaamiilii fi Komiishinarri Komiishinii mirga namoomaa Itiyoophiyaa Dr. Daani’el Baqqalaa qabiinsa mirga namoomaa fi gara fuula duraatti akkaataa waldeeggaruu danda’amurratti mari’achuusaanii, Odeeffannoon Ministeera Nageenyaarraa arganne ni mul’sa.
Maddi: OBN
