Sirni Sidaamo afoo manneen barnootaa filatamoo naannoo Oromiyaa keessatti jalqabuun ifoome.
Sirni Sidaamo afoo manneen barnootaa filatamoo naannoo Oromiyaa keessatti jalqabuun ifoome Sirni barnoota afaan Sidaamaa jalqabsiisuu kun Godina Arsii Lixaa aanaa Wandoo ganda Buusaatti eegalame. Sirna Sidaamo afoo jalqabsiisuu kanarratti…