Thu. May 19th, 2022

Qormaanni kutaa 12fa Guraandhala 29 eegalee kennama


Ibsa Ministeerri Barnootaa kenneen qormaatichi Guraandhala 29 irraa eegale hanga Bitootessa 2 bara 2013tti “online’dhaan jedhamee ture hafee waraqaadhaan kennama.

Guraandhala 22 hanga 24tti waraqaan eenyummaa dijitaalaa ni raabsama. Ibsi qormaatichaa Guraandhala 26 bara 2013 kan kennamu ta’a.

Maddi: DhPI

 771 total views,  2 views today

By Chala Dandessa

Name: Chala Dandessa. I was born in West Shewa Zone, Chobi District of Oromia Region, Ethiopia in 1989. Founder of Ethiopians Today Website Currently I am Lecturer at Jimma Teachers College. Peace and Unity for our country! https://ethiopianstoday.com

Leave a Reply

error: Content is protected !!
%d bloggers like this: