We can’t afford for South Sudan to go back to war-IGAD boss
We can’t afford for South Sudan to go back to war-IGAD boss In an interview published by Daily Monitor, The IGAD boss broached a lot of issues and speaks extensively…
Ethiopians Today!
We can’t afford for South Sudan to go back to war-IGAD boss In an interview published by Daily Monitor, The IGAD boss broached a lot of issues and speaks extensively…
"Finfinneefi GAONF seenaan, aadaan, duudhaafi uumaan tokko" PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa. Finfinneefi godinni kun bu'aa siyaasaaf jecha hundeeffama Finfinneerraa hanga Boqonnaa jijjiiramaatti walirraa dhiibamaa ture, amma kun seenaa ta'ee darbeera,…
Action was taken against more than 30,000 organizations in Addis Ababa that are said to be the cause of the high cost of living Addis Ababa Deputy Mayor Adanech Abebe…
Ethiopian army-backed militias Tuesday retook control of a border area recently recaptured by the Sudanese army. Sudan and Ethiopia now are in an open border conflict as the Amhara militiamen…
ብሔራዊ ጀግና አክቲቪስት መምህር የማነ ንጉሰ ጀግናው በከሃዲዎች ተቀጠፈ - የትግራይ PP የፈንቅል ሊቀመንበር የነበረው የማነ ንጉሴ በጁንታው ርዝራዥ ታጣቂዎች ተገደለ። መምህር የማነ እና ሁለት አብረውት የነበሩ የመከላከያ አባላትም ተገድለዋል።…
Hojjettoonni biiroo qonnaa sadarkaan jiran imaammata mootummaan baaseefi rifoormii gaggeeffama jiru beekuun jiruufi jireenya qonnaan bulaa keenyaa jijjiiruuf itti gaafatamuummaa dachaa qabdan bahachuu qabdu - Obbo Dhaabaa Dabalee <img src="https://scontent.fmba5-1.fna.fbcdn.net/v/t1.0-9/152285738_748550699137572_7338205855947907135_o.jpg?_nc_cat=105&ccb=3&_nc_sid=8bfeb9&_nc_ohc=y0Zx5t5B07AAX_CAJBN&_nc_ht=scontent.fmba5-1.fna&oh=c69c8b51811f29
Hanga gaaffiin keenya deebi'utti filannoon hin jiru'-KFO Filannoo Itoophiyaa marsaa ja'affaa kan Caamsaa dhufu keessa gaggeeffamuuf jedhuuf galmeen kaadhimamtootaafi duulli na filadhaa ifatti eegaluu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksisee ture. Paartilee…
Facts on the Ethiopia -Sudan Boundary Issue | MFA Ethiopia Since last November 2020, the boundary issue has become an important subject in shaping the bilateral relations between Ethiopia and…
#Ethiopia signs contract to electrify 25 rural towns with Solar Off-Grid system. The Ethiopian Electric Utility signed "construction contract of 25 towns off grid electrification in 8 regions distributed equitably…
“Kootii Badhaadhinaa uffachaa yaaliin ilaalcha finxaalessummaa agarsiisuu ni jira” - Obbo Taayyee Danda’aa Gaazexaa BariisaaLolli Adwaafi injifannoon galmaa’e qabatamaan oggaa ilaalamu ga’ee leencaa kan taphate jeneraalota Oromooti. Jeneraalota adda waraanaa…
Prime Minister Abiy Ahmed has started the construction of the Dembidolo-Mughi-Dola asphalt road Prime Minister Abiy Ahmed has inaugurated the 1.6 billion birr Dembidolo-Mugi-Dola asphalt road. The Dembidolo-Mugi-Dola road project,…
የብልጽግና ፓርቲ ፕሬዝደንት ዶ/ር ዐቢይ አህመድ የብልጽግና ፓርቲ የምርጫ ማኒፌስቶና የምርጫ መወዳደሪያ ምልክት ይፋ ማድረጊያ መድረክ ላይ ካነሷቸው ሀሳቦች የተወሰደ • ይህ ሰነድ ድርሰት አይደለም፤ማኒፌስቶ ድርሰት መሆን አይችልም፤ከአንድ ዓመት በላይ…
“Lamuu waanjoo garbummaa keessan maqaa Oromootiin uummata Oromoo irratti fe’uu hin dandeessan”: Pirazidaant Shimallis Abdiisaa “Dhiiga keenyan warra diigne, dhiiga keenyaan deebisanii dhaabuudhaaf farda barbaaddachaa oolaa jiru…. Ammammoo farda biraa…
Guutuu Oromiyaaatti Gurraandhala 8-11tti hojjettoota Mootummaa kuma dhibba shanii oliif leenjii hubannoo gabbisuu ni keenama Guutuu Oromiyaa keessatti hojjettoota mootummaa kuma dhibba shanii oliif leenjii hubannoo gabbisuu laachuuf qophiin xumuramuu…
“Akka Oromoon biyya bulchaa jiru kan hinamanne Oromoo qofa” – Obbo Leencoo Lataa Akka Oromoon biyya bulchaa jiru saboonni kaan hundi shakkii tokko malee amananii yoo fudhattan, akka ofii biyya…
Namoonni lama noota birrii Itiyoophiyaa haaraa hojjechuun akka gabaa keessa galu gochaa turan to’atamuu Poolisiin Beeksise. Namoonni Noota mallaqaa soba hojjechuun gara gabatti galchaa turan sadii keessa lama namni maqaa…
Ethiopian Education Development Roadmap 2017_2030 Ethiopian Education Development Roadmap(2017-30)An integrated Executive Summary Ethiopian Education Development Roadmap 2017_2030Download
Qormaanni kutaa 12fa Guraandhala 29 eegalee kennama Ibsa Ministeerri Barnootaa kenneen qormaatichi Guraandhala 29 irraa eegale hanga Bitootessa 2 bara 2013tti "online'dhaan jedhamee ture hafee waraqaadhaan kennama. Guraandhala 22 hanga…
“Namoonni siyaasaa of caalaa biyyaafi saba dursuu qabu” – Doktar Gammachiis Dastaa Nama lallaba amantii pirotestaantii keessatti daran jaalataman, akkasumas leenjii gaggeessummaarratti kennaniin qalbii namaa kan hawatan, chaanaaliiwwan amantii kanneen…
"Artisti Alii Birraa Nama Artii Gaanfa Afrikaa walitti hidheedha"PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa Sirna galateeffannaa fi eebba kitaaba seenaa Dr. Kabajaa artisti Alii Birraa irratti argamuun haasaa Pirezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa…