Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaan
Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaan Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaaniiru. Waliigalticha Ministeerri Innooveshinii fi Teeknooloojii Itiyoophiyaa fi Raashiyaatti Koorporeeshiniin Humna Atoomikii mallatteessaaniiru. Waliigatichaas Raashiyaatti AmbaasaaddaraItiyoophiyaa Ambaasaaddar…