Hoggantoonnifi qindeessitoonni Juuntaa to’atamuun ummata Tigraayitti abdii bilisummaa kan horee ta’uu hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannichaa Obbo Nabiyuu Sihuul himan.
Hoggantoonnifi qindeessitoonni Juuntaa to’atamuun ummata Tigraayitti abdii bilisummaa kan horee ta’uu hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannichaa Obbo Nabiyuu Sihuul himan. Hoggantoonni fi qindeessitoonni Juuntaa to’atamuu irraa kan ka’e ammatti miirrii…



