Sirni yaadannoo hundeeffama Waldaa Walgargaarsaa fi Misooma Maccaafi Tuulamaa waggaa 60ffaan kaleessa galma giddugala aadaa Oromoo magaalaa Finfinneetti geggeeffame
Sirni yaadannoo hundeeffama Waldaa Walgargaarsaa fi Misooma Maccaafi Tuulamaa waggaa 60ffaan kaleessa galma giddugala aadaa Oromoo magaalaa Finfinneetti geggeeffame. Sirna kana irratti seenaan gabaabaan namoota muraasaa Waldicha hundeessanii bifa barruuleetiin…













