Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa jijjiirrate
Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa jijjiirrate Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa gara Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa jedhutti jijjiirrate. Maqaan haaraan Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa kunis Gaazeexaa nagaariitiin maxxanfamuun…