“Hayyoonni Oromoo eenyummaafi seenaa Oromoo karaa gurmaa’een barreessuun dhalootatti dabarsuuf itti gaafatamummaa guddaa qabu” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa
"Hayyoonni Oromoo eenyummaafi seenaa Oromoo karaa gurmaa'een barreessuun dhalootatti dabarsuuf itti gaafatamummaa guddaa qabu" PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa. Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa hayyuu seenaa obbo Taaboor Waamiitiin…