Wed. Aug 26th, 2026

Loading

Qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa 800 caalaniif kaartaan mirkaneessaa qabiyyee lafaa kenname

Adaanach Abeebee, Kantiibaa I/A Bulchiinsa Magaalaa Finifinnee


Magaalaa Finfinnee kuta magaalaa Booleetti kan argaman qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa 828f kaartaan mirkaneessaa qabiyyee lafaa kenname.


Sirna kenniinsa kaartichaarratti haasaa kan taasisaan Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa kaartichaa argataniif lafaasaanirra fayyadamoo ta’uuf qaqqabusaanii gammachuu itti dhaga’aamee ibsaniiru.


Qonnaan bultoonnis qabiyyeecha sirnaan misoomsuun jireenyaasaanii waaraan foyyeessuu qabu jedhaniiru.

Madda: FBC

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply