Wed. Aug 26th, 2026

Loading

Abbaan Taayitichaa Miidiyaa Itoophiyaa Miidiyaa ‘Online’ Addis Istaandard Ittisuu Ibse

Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa miidiyaan ‘online’ Addis Istaandard labsii Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa baase darbuu isaan hojiirraa ittisuu beeksiise.Abbaan Taayitichaa argannoo hordoffiin argame, komii fi hariiroo garee ABUT waliin qabu hordofee yeroof hojiirra ittisuu ifoomseera.Qorannoon hanqina namuusaa miidiyaa irratti gaggeeffamaa kan ture yoo ta’u, adabbiin dabalataa irratti fudhatamuu akka danda’u abbaan Taayitichaa ibseera.Miidiyaaleen hundi namuusa miidiyaa bu’uura godhachuu fi olaantummaa seeraa kabajuun hojjechuu akka qaban waamicha dhiyeesseera.

Maddi: FBC

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply