Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barnoota Afaan Oromootiin Naannolee Ollaa Keessatti Kennamuuf deeggersi taasisuu beeksise
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barnoota Afaan Oromootiin Naannolee Ollaa Keessatti Kennamuuf deeggersi taasisuu beeksise. Biiroon Barnootaa Oromiyaa naannolee ollaa Benishaangul Gumuz, Gaambellaa, Sidaamaa fi kanneen biroo keessatti barnoonni Afaan Oromootiin kennamuuf…