Thu. Aug 27th, 2026

Author: Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Dhaabbanni ‘care Ethiopia’ Jedhamu Hawaasni Godinaalee I/A/Booriifi Buunnoo Bedellee Naannoo Bosonaa Yaayyoo jiraatan bosonicha kununsaa akka irraa fayyadamaniif piroojekti qarshii Miliyoona 100 ol hojii irra olchuuf qophii ta’uu beeksisera.

Dhaabbanni ‘care Ethiopia’ Jedhamu Hawaasni Godinaalee I/A/Booriifi Buunnoo Bedellee Naannoo Bosonaa Yaayyoo jiraatan bosonicha kununsaa akka irraa fayyadamaniif piroojekti qarshii Miliyoona 100 ol hojii irra olchuuf qophii ta’uu beeksisera. Dhaabbatichis…