Wed. Aug 26th, 2026

Loading

Dhimmoota nageenya biyyaalessaa
qoranirratti tarkaanfiin fudhatamuu eegale

Mootummaa jijjiiramni biyyaalessaa akka hingufanneef akkasumas fedhii dirree dimokraasii bal’isuuf gara bal’inaafi obsa agarsiisaa jiru nageenya biyyaalessaa qoraa waan jiruuf tarkaanfii keessa deebii hinqabne fudhachuu eegaluu Koreen Humna Wajjummaa Nageenyaafi Tasgabbii beeksise.

Guutummaan ibsa Koree Ministeera Ittisa Biyyaa, Tajaajila Odeeffannoofi Tikaa, Poolisii Federaalaafi Ejensii Saaphana Informeeshiniifi Tikaarraa babaherraa kenname akka ittaanutti dhiyaateera.

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply