Thu. Aug 27th, 2026

Author: Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Hoggantoonnifi qindeessitoonni Juuntaa to’atamuun ummata Tigraayitti abdii bilisummaa kan horee ta’uu hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannichaa Obbo Nabiyuu Sihuul himan.

Hoggantoonnifi qindeessitoonni Juuntaa to’atamuun ummata Tigraayitti abdii bilisummaa kan horee ta’uu hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannichaa Obbo Nabiyuu Sihuul himan. Hoggantoonni fi qindeessitoonni Juuntaa to’atamuu irraa kan ka’e ammatti miirrii…

Manni Murtii Federaalaa Dhaddacha Yakkaa Lidataa guyyaa har’aa beellama hidhamtoota siyaasaa Oromoo Galmee Obbo Jawaar Mohammad jala jiran ilaalaaluun murtii dabarseen, himata shororkeessummaa Abbaan alangaa, himatamtoota kanneen irratti banee ture kufaa taasisuun, mirga himata fooyyessuu dabarsuunsaa Himame

Manni Murtii Federaalaa Dhaddacha Yakkaa Lidataa guyyaa har'aa beellama hidhamtoota siyaasaa Oromoo Galmee Obbo Jawaar Mohammad jala jiran ilaalaaluun murtii dabarseen, himata shororkeessummaa Abbaan alangaa, himatamtoota kanneen irratti banee ture…