Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee himatamaan yakka Ajjeechaa Suukanneessaa raawwate hidhaa cimaadhaan umurii guutuun adabame
Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee himatamaan yakka Ajjeechaa Suukanneessaa raawwate hidhaa cimaadhaan umurii guutuun adabame. Akka galmeen qorannaa Poolisii Bulciinsa Magaalaa Shaashamannee ibsutti himatamaan Balaay Balaachoo jedhamu Mana Miidhamtoota Abbaa Manaa Ob.Geetaachoo…




