![]()
Hogganaa Qajeelcha Boobbii Humna Raayyaa B/Janaraal Tasfaayee Ayyaalew akka mirkaneessanitti;
- Obbo Taklawayinii Asaffaa,
- Dr Solomoon Kidaanee,
- Obbo G/Madihiin Tawalde,
- Obbo W/Giyoorgiis Dastaa,
- Ambaasaaddar Abbaadii Zammoo,
- Adde Qiddusaan Naggaa,
- Obbo Teedroos Haagoos,
- Adde Mihirat Taklaay,
- Obbo Abirahaam Adam Mohaammad to’annoo jala oolaniiru.
Akkasumas,
- Obbo Seekkoturee Getaachoo
- Obbo Zar’aay Asgadoom
- Obbo Abbabaa G/Madihiin
- Obbo Daani’eel Asaffaa irratti tarkaanfiin fudhatameera.
https://youtu.be/XMMBYyrhSyk
