Wed. Aug 26th, 2026

Loading

Manneen barnootaa aanoota Oromiyaa keessatti argaman Mootummaa naannoo Afaar fi Sidaam waliin kan waldaangessaa afaan Afaarii fi Sidaamaa barsiisuuf qophiin xumurame.

Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessan kilaastera hawaasummaa Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaa mootummaa naannoo Afaar waliin kan waldaangessaa manneen barnootaa aanoota Oromiyaa keessatti argaman Afaan Afaar, Mootummaa naannoo Sidaamaa waliin kan waldaangessaa manneen barnootaa naannoo Oromiyaa keessatti argaman Afaan Sidaamaa barsiisuuf qophiin xumuramuu ibsaniiru.

Tokko afaan isaa biroo yoo barate obbolummaan, walqixuummaa fi kabajaan hawaasaa caluumatti ni cima jedhaniiru.

Biyya tokkummaa cimaa qabdu ijaaruuf ni gargaaras jedhaniiru.

Maddi: FBC

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply