Thu. Aug 27th, 2026

Loading

Albeemiin Hacaaluu Hundeessa Waxabajjii 28/2021 Eebbifama

Qabsa’aa mirga dhala namaafi dimokiraasii Artisit jaalataamaa fi beekamaa Hacaaluu Hundeessaa A.L.I Waxabajjii 22, 2012 Magaalaa Finfinneetti rasaasaan rukutamee erga wareegame waggaa tokko guutera.

Albamii muziqaa artisti Haacaaluu Hundeessaa osoo hojjetaa jiru irraa wareegamee waxabajjii 28/2021 Finfinnee Hootela Skylightitti akka eebbifamu Maatii fi hiryoonni isaa albamii muuziqaa kana qopheessaan beeksisaniiru.

Guyyaa kana waggaan tokkooffaa wareegamuu aartistichaas ni kabajamaa jedhameera

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply