![]()
Qoodinsa Pirojektii Bu’uura Boruu
Ganna kana Pirojektii Bu’uura Boruu sochii tajaajila lammummaatiin oolmaa daa’immanii kuma sadii ijaaruuf karoorfannee hojiitti seenaa jirra.
Qoodinsi pitojektii Bu’uura Boruu kan armaan gadiiti.
1.Arsii =245
2.Arsii Lixaa =136
3.Baale =93
4.Baale Bahaa =78
5.Booranaa =116
6.Buunnoo Bedellee =92
7.GAONF =73
8.Gujii=138
9.Gujii Lixaa =85
10.Harargee Bahaa =150
11.Harargee lixaa=120
12.HGW=114
13.IAB=131
14.Jimmaa=230
15.Qellam wallaggaa =112
16.Shawaa Bahaa =122
17.Shawaa Kaabaa=133
18.Shawaa K/Lixaa = 112
19 .Shawaa Lixaa=218
20.Wallaga Bahaa =169
21.Wallaga Lixaa=208
22.B/M/Adaamaa=18
23.B/M/amboo=6
24. B/M/Asallaa=8
25.B/M/Baatuu=5
26.B/M/Bishaan Gurraachaa=2
27.B/M/Bishooftuu=14
28.B/M/Burraayyuu =8
29.B/M/Dukam=4
30.B/M/Galaan =4
31.B/M/Holataa =5
32.B/M/Jimmaa =12
33.B/M/L/X/L/daadhii=5
34.B/M/Moojoo =3
35.B/M/Naqamtee =6
36.B/M/Roobee =3
37.B/MSabbataa=10
38.B/M/Shshmannee =5
39.B/M/Sulultaa=4
40.B/M/Waliso =3
Manneen Barnootaa Ijaaruun Dhaloota Ijaaruudha!
Maddi: Oromia President Office
