Mon. Dec 11th, 2023

Loading

Mallattoon filannoo murtii ummataa Naannoo Itoophiyaa Kibba Lixaa filannoo marsaa 6fa wajjin geggeeffamuu kan ittaanee jiruudha.

Namni aanaan Addaa Kontaa, Godinni Oomoo Lixaa, Godinni Beenchi Shakkoo, Godina Kaafaa, Godinni Daawuroofi Godinni Shakkaa Naannoo Ummatoota Kibbaa Kibbaa jalaa bahee naannoo wajjummaa hundeessuusaaniin deggara jedhu harka jahaan walqabatan, kan aanaafi godinaaleen irranatti eeraman qaamuma Naannoo Ummatoota Kibbaa ta’anii akka ittifufan barbaadu ammoo gododha.
Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa

Follow us on:

YOUTUBE  FACEBOOK   TELEGRAM    GOOGLE NEWS  TWITTER  INSTAGRAM   PINTEREST 

Subscribe and Follow us via Email

If you have any comment regarding this article contact us at contact@ethiopianstoday.com

 

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use caalaadd2@gmail.com as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply