Wed. Aug 26th, 2026

Loading

‘Email’ dhuunfaa duranii Ministirri Muummee fakkeessuun odeeffaannoon sobaa raabsama jiraachuun ibsame
Gareen Yakkamtoota kanaan dura odeeffannoo ‘Email’ dhuunfaa duranii Ministirri Muummee irraa ergame fakkeessuun odeeffannoo gaafachuunifi deebii kennaa jiraachuu beekamera.

Kanaafu odeeffannoon sobaa raabsama kan jiru ta’uu beekuun namni kamiyyuu of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuufi gocha badii akka kanaa wayita arguu qaamolee seera kabachiisanitti beeksisuu akka qabu Waajjirri Ministirra Muummee hubachiisera.

By Chala Dandessa

I am Lecturer, Researcher and Freelancer. I am the founder and Editor at ETHIOPIANS TODAY website. If you have any comment use [email protected] as email contact. Additionally you can contact us through the contact page of www.ethiopianstoday.com.

Leave a Reply