Qabxiin seensa Yuunvarsiitii ifoome
Qabxiin seensa Yuunvarsiitii ifoome Qabxiin seensa Yuunvarsiitii ifoomeera. Haaluma kanaan Saayinsii Uumaamaan dhiiraaf 380, dubartoota 368 yoo ta'u, Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf 370, dubartoota 358 fi isaa ol ta’uu Ministeerri Saayinsii…
